Dhaabbanni Addis Finder Trading PLC Gita hojii banaa qabu irratti hoji barbaaddota qacaruun hojjechiisuu barbaada.
Gita Hojii:Marketing, Gurgurtaa Meeshaalee Ijaarsaa fi Haala mijeessitoota hedduu.
Mindaa: Scale Mindaa Dhaabbataatiin.
Bakka Hojii:Finfinnee, Adaamaa, Asella, Amboo, Ciroo, Dire Dawa, Shashamane, Bale Robe, Neqemte fi Magaalaa Jimmaa.
Ulaagaalee fi Dandeettii
Sadarkaa Barnootaa: Level3, Level4 fi Degree Kamiyyuu.
Koorniyaa:Lachanuu
Afaan hojii naannichaa fi Namaan walii galuu akkasumas
Galmeen hanga guyyaa:14/06/2018.

Interested
ReplyDelete