Dhaabbanni Addis Finder Trading PLC Gita hojii banaa qabu irratti hoji barbaaddota qacaruun hojjechiisuu barbaada. Gita Hojii:Marketing, Gurgurtaa Meeshaalee Ijaarsaa fi Haala mijeessitoota hedduu. Mindaa: Scale Mindaa Dhaabbataatiin. Bakka Hojii:Finfinnee, Adaamaa, Asella, Amboo, Ciroo, Dire Dawa, Shashamane, Bale Robe, Neqemte fi Magaalaa Jimmaa. Ulaagaalee fi Dandeettii Sadarkaa Barnootaa: Level3, Level4 fi Degree Kamiyyuu. Koorniyaa:Lachanuu Afaan hojii naannichaa fi Namaan walii galuu akkasumas Galmeen hanga guyyaa:14/06/2018. Apply here